Luke 3:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni deebisee, “Nami uffana lamaan qabu ka womaa hin qanneef kennuu ti; ka sagalee qabulle warra hin qanne woliin qoodamuu ti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Abbaani kooti lama qabu nama tokole inqamne ha kennu, ammalle ka sagale qabuleeni akasuma ha tolchu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii deebiseefii, “Namii kootii lama qabuu nama tokkoollee hinqamnee ha kennuu, ammallee ka sagalee qabuulleen akkasuma warra dhabee ha kennuu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee deebisee, «Ka uffata lama qabu ka biraatiif haa kennuu. Ka waan nyaatu qabullee akkasuma haa godhuu» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee deebisee, «Ka uffata lama qabu ka biraatiif haa kennuu. Ka waan nyaatu qabullee akkasuma haa godhuu» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Uffata lama ka qabu tokko ka hin qabnneef haa kennu, ka waan nyaataa qabu'llee ka bira'aatiif haa qoodu,» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Nami uffana lamaan qabu ka womaa hin qanneef kennuu ti; ka sagalee qabulle worra hin qanne woliin qoodamuu ti» jedhe.