Luke 3:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri qaraxa guuranu cuuphamiisaaf dhufanee, “Barsiisa'a, nuuti maan tolchinu?” jedhanee isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari gibira guruleeni batifamu d'umnaani waan jed'e, Aabbo, nu maal tahu malle?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii qaraxaa guuruulleen cuuphamuu dhufee, “Aabboo, nu maal tolchuu malle?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qaraxxoonnillee akkasuma cuuphamu'uuf dhufanii, «Barsiisaa'a! maal haa goonu?» jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qaraxxoonnillee akkasuma cuuphamu'uuf dhufanii, «Barsiisaa'a, maal haa goonuu?» jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worri qaraacotaa'llee cuuphamu'uuf gara isaa dhufanii, «Yaa barsiisaa! Nu hoo maal haa taasfnnu?» jedhanii ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qaraxa guuranu cuuphamiisaaf dhufanee, «Barsiisa'a, nuuti maan tolchinu?» jedhanee isa gaafatane.