Luke 3:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis isaaniin, “Ka seeraan murame caalchittanee hin guurina'a” jedhe
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Haga damoosa guura jed'ani indabarsiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii deebisee warraan, “Haga qaraxaa guuraa jedhan hindabarsinaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan seeraan murtaaye caalchiftanii hin guurinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Waan seeraan murtaaye caalchiftanii hin guurinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Waan seeraan ajajamittan caalichifttanii, hin gaafatinaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis isaaniin, «Ka seeraan murame caalchittanee hin guurina'a» jedhe