Luke 3:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis karaa adda addaa heddu'uun gorsa isaaniif kennaa, Oduu Gammadaa isaanitti lallabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yohanani dubbi hedduuni nama gorse Odu Dansale namati odeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sun maleellee Yoh. aannis dubbii hedduun biyya gorsee oduu Waaqaa dansaallee namaatti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu banii karaa adda addaatiin gorsa hedduu gorsa'aa Dubbii Nagayaallee isaanitti lallaba'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu banii karaa adda addaatiin gorsa hedduu gorsa'aa Oduu Nagayaallee isaanitti lallaba'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Yohaannis karaa adda addaatiin ummata gorssa'aa, odduu misha'aa'llee ni lallaba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis karaa adda addaa heddu'uun gorsa isaaniif kennaa, Oduu Gammadaa isaanitti lallabe.