Luke 3:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Heroodisiin bulchaan, Herodiyaas niitii obboleessa ifii fuudhee, waan badduu hedduu dhibiille waan hujeeruuf Yohaannis isa xixe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni waan hayyu Herode odeese, maro Herodeni wosila ufi Herodia barateefi, ammalle maro inni daba d'ibi heddu tolcheefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis hayyuu biyya Galiilaa Herodis waan innii wasiilaa ufii Herodiyaas barateef, ammallee waan innii cubbuu dhibii hedduu tolcheef, mittisee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Heroodisiin bulchaan kutaa arfeesso'oo ammo waan haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosii Heroodiyaadaa waan hamaa inni godhe saniif Yohaannis waan isa gorseef,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Heroodisiin bulchaan kutaa arfaffa'aa ammoo waan haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosii Heroodiyaadaa waan hamaa inni godhe saniif Yohaannis waan isa gorseef,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bulchaa Galiila'aa Heerodis garuu, haadha worraa obboleessa isaa Filiphosii Heerodiyaasiin fuudhuu isaatii fi ka bira'aa'llee waan hamaa baayi'ee raawwachuu isaatiin, itti ni baanate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Heroodisiin bulchaan, Heroodiyaas niitii obboleessa ifii fuudhee, waan badduu hedduu dhibiille waan hujeeruuf Yohaannis isa xixe.