Luke 3:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Haannaasii fi Qayyaaffaan Yihudootaaf hayyoota gugurdoo te'aneeranutti, Yohaannisiin ilmi Zakkaariyaasii goomolee keessa jiruun dubbiin Waaqaa itti dhutte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gaafa Anasifi Kayafani qaalole gugurdo tahani, gaafasi dubbini Waaqa lafa alooti Yohana ilma Zekariati d'ufte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bara hanaasii fi Qayyafan qaallolee gugurdoo ta'an, dubbiin Waaqaa lafa gammoojjii keessatti Yoh. aannis ilma Zakaariyasiitti dhufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Haannaanii fi Qayyaaffaan bulchoota gadootaa ta'aniiranitti dubbiin Rabbii gammoojjii keessatti gara ilma Zakkaariyaasii gara Yohaannisii dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haannaanii fi Qayaafaan hennaa bulchaa gadootaa ta'aniiranitti dubbiin Rabbii gammoojjii keessatti gara ilma Zakkaariyaasii gara Yohaannisii dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haanna'aa fi Qayyaafaan'llee qeesota Ol Aanttota ni turan, yeroo sanitti ilmi Zakaariyaasii Yohaannis gammoojjii uduu jiru, dubbiin Waaqaa gara isaa ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Haannaasii fi Qayyaaffaan Yihudootaaf hayyoota gugurdoo te'aneeranutti, Yohaannisiin ilmi Zakaariyaasii goomolee keessa jiruun dubbiin Waaqaa itti dhutte.