Luke 3:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Agaraan mukoota hiddatti muriisaaf qophoweera. Muki midhaan dansaa hin buunne maraa muramee ibiddatti hin gatama” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammaa tana d'agara ya hidda mukha jala kayani; tanaafi mukha mid'aani dansa imbaamne ch'ufa muraniti ibida keesa buusani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammumaayyuu agaraa ya hidda mukaa jala ka'aanii, muka midhaan dansaa hinbaamne cufaa muraniitti ibidda keessatti jisan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma dhagaraan muka jala jira. Kanaafuu munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma dhagaraan muka jala jira. Kanaafuu munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu qottoon mukiin jala taa'ee jira. Kanaaf firii mishaa mukkiin hin daraarre marrinuu ni murama, gara ibiddaa titti'llee ni gatama.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Agaraan mukoota hiddatti muriisaaf qophoweera. Muki midhaan dansaa hin buunne maraa muramee ibiddatti hin gatama» jedhe.