Luke 4:10 — Compare Translations
4 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu, Waaqi malaika ufiti hima, aka si tissitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Akka si tissitu Waaqii ergamtoota ufiitti himaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Rabbi akka si eeganiif maleekkota ufii sii ajaja.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Akka si eeganiif Waaqinni maleyikkoota isaa si'iif ni ajaja,