Luke 4:11 — Compare Translations
4 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle, worri Harka ufitiini si qaba aka miili kanke d'akhati ingufanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee, akka miilii kee dhakaatti hinguffanne warrii harka ufiitiin si qabaa wantii jedhaa la barreeffamte; atin yo dhuguma Ilma Waaqaa taatee, arma irraa ufi gad lakkis!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka lutti tee horoma dhaga'aan hin gufanne harka ufiitiin ol si qaban› jedhamee waan barreeffameeruuf, ati Ilma Rabbii yoo taate, asi irraa gad uf darbi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
miilli kee'llee dhaga'aan akka hin gufanneef, harka isaaniitiin irkisanii si ni qaban› jedhamee, barreeffamee jiraatii» jedheen.