Luke 4:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Seexanni karaa maraan isa ataabeen duuba haga yenna'aatiif isa biraa deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sheet'ani ilaalacha ufi ch'ufa hobaamnaani haga hojja d'ibi isa biraa deeme.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sheexanii laallachaa ufii ta Yesus laallate cufa fixanaan haga yo dhibii laallatuu asi isa biraa deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daabiloos haga ataabee ufii maraa fixeen maayessa haga henna'aatiif isa biraa deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daabiloosillee ataabee ufii maraa haga fixeen maayessa haga henna'aatiif isa biraa deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sheexanni'llee Yesusiin qormaatuu eega xumureen duubatti, yero'oof dhiiseenii ni lixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seexanni karaa maraan isa ataabeen duuba haga yenna'aatiif isa biraa deeme.