Luke 4:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus hunna Ayyaana Woyyichaatiin gara Galiila'aa deebi'e. Gurri isaa adaala san maratti odeeffame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni jabeenna Lubbu Qulqullotiini kae Galilayati gale; gurri isaa arda suni ch'ufaa gahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus jabeenna Hafuura Qulqullootiin ka'ee Galiilaatti deebi'ee; gurrii isaa ardaa sun cufaa ga'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hunna Ayyaana Woyyu'uutiin gara Galiila'aa deebi'ee gurri isaallee biyya naannoo jirtu marattuu dhagayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee hunna Ayyaana Woyyu'uutiin gara Galiila'aa deebi'ee, gurri isaallee biyya naannoo jirtu marattuu dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee huminna Hafuura Qulqullu'uutiin guuttamee gara Galiila'aa ni deebi'e, Maqaan isaa'llee gara biyyoota naannoo jiranii maratti, ni dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus hunna Ayyaana Woyyichaatiin gara Galiila'aa deebi'e. Gurri isaa adaala san maratti odeeffame.