Luke 4:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
woggaa Goottaan kolbaa ifii fayyisulle akka lassuuf na ergeera” dubbiin jettu addee itti barreeffanteertu dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka bara Waaqi gumi ufi baasu odeesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka bara Waaqii gumii ufii baasuu himu innii ya na erge” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Gooftaan banii ufii fayyisullee akka labsuuf na ergeera» dubbiin jedhu hulee itti barreeffameeru arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara Gooftaan banii ufii fayyisullee akka labsuuf na ergeera» dubbiin jedhu hulee itti barreeffameeru arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Gooftaan ummata isaa ka ittiin fayyisu, woggaa kennaa isaa ka bilisaa, akka beekisisuuf ana ergee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
woggaa Goottaan kolbaa ifii fayyisulle akka lassuuf na ergeera» dubbiin jettu addee itti barreeffanteertu dhagge.