Luke 4:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achitti guyyaa afurtama Seexanaan ataabame. Guyyoota san inni womaa waan hin nyaatiniif dhuma guyyoota saniititti belowe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga bulti afurtama Sheet'ani isa ilaalate, inni haga suni ch'ufa sagale male tae. Duuba guyyaani hobaanaani guddo beelae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
haga bultii afurtamaa sheexanii isa laallate. Innii haga sun cufa sagalee malee taa'ee, guyyaa muummee guddoo beela'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti halkan afurtamaa fi guyyaa afurtamaa daabiloosiin ataabame; guyyoota sanniin waan womaa hin nyaanneef haga faatee fixeen maayii hin beelaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achitti halkan afurtamaa fi guyyaa afurtamaa daabiloosiin ataabame, guyyoota sanniin waan womaa hin nyaanneef, kadhaa haga fixeen maayii hin beelaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achitti'llee guyyaa afurtamaa sheexanaan ni qormaatame, guyyoota sanniinitti'llee womaayyuu waan hin nyaatiniif, muumme'etti ni beelaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achitti guyyaa afurtama Seexanaan ataabame. Guyyoota san inni womaa hin nyaanne; tanaaf dhuma guyyoota saniititti inni beelowe.