Luke 4:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan martinuu marroo isaa waan dansaa dubbatanee, dubbii maso'oo ta inni dubbate baaseffatanee, “Inni ilma Yoseefiitii motii?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti ka isa ch'aqase mame, maro dubbi dansa ta afaani isaa keesaa baateefi maadefate, waan jed'ani, Kunini ilma Yusufutiniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii isa caqase cuftii dhugaa isaa galchee, dubbii dansaa afaan isaa keessaa baate maadefatee, “Kunin ilma Yoseefitiinitii?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu isaa ragaa baya'aa turan. Kennaa dubbi'ii Ayyaana qabeessa ka afaan isaatii bayu maalalanii, «kun ilma Yooseefiitii mitii?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maruu isaa ragaa baya'aa turan. Kennaa dubbi'ii Ayyaana qabeessa ka afaan isaatii bayu maalalanii, kun ilma Yooseefiitii mitii? jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee isaa marrinuu waan mishaa ni dubbatan ture, dubbii inni dubbatu ta kennaa bilisaatiin guuttamtteen maalalffatanii, «Kun ilma Yooseefiitii mitii?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu marroo isaa waan dansaa dubbatanee, dubbii maso'oo ta inni dubbate baaseffatanee, «Inni ilma Yoseefiitii motii?» jedhane.