Luke 4:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Itti dabaleelle, “Ani dhugumaan isinitti hima, raagaan tokko biyya ifiititti fudhatama hin qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni waan jed'eeni, D'uguma waan anini isaniini jed'u, Raagi lafa ufi keesati d'ugefatani injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii, “Dhugumaa waan anin isanitti himuu, Raagii lafa ufii keessatti dhugeeffatan hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lammeessoollee, «Ani dhugamaan isinitti hima, raattichi kamuu biyya ufiititti fudhatama hin qabu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lammaffaallee, «Ani dhugamaan isinitti hima, raattichi kamuu biyya ufiititti fudhatama hin qabu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Dhugamaan isiniin ni jedha, nabiyyiin namoota biyya isaa biratti hin kabajamu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti dabaleelle, «Ani dhugumaan isinitti hima, raagaan tokko biyya ifiititti fudhatama hin qabu.