Luke 4:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma bara Elsaa'ii raagichaatitti kolbaan hedduun ta dhukkuba goga'aa farrisiisa'aan dhibanteertu jirti; ammoo, isaan keessaa Na'amaanii namicha biyya Sooriya'aa malee, nami tokkolle hin fayyine” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle bara raaga Elisha nama hedduti jira ka qomaat'a qabu lafa Israeli keesa; ammo tokoleeni infayimne Naamani namicha lafa Shamu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee bara raaga Elsaa'i lafa Israa'el keessa nama hedduutti ka qomaaxaa qabu jira; Na'amaan ammoo namiicha lafa Sooriyaa sun malee, warra kaan keessaa namii tokkoolleen hinfayyine” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara raatticha Elsaa'ii namni dhukkuba gogaa kukkutuun qabame heddutu biyya Israa'el keessa jira; garuu Niimaanii biyya Sooriya'aa tokkicha san malee worra kaawwan keessaa namni tokkolle hin fayyine» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara raatticha Elsaa'ii namni dhukkuba gogaa kukkutuun qabame heddutu biyya Israa'el keessa jira; garuu Niimaanii biyya Sooriya'aa tokkicha san malee, worra kaawwan keessaa namni tokkolle hin fayyine» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana yeroo nabiyyicha Elsaa'ii titti, waashayonni baayi'een biyya Israa'eelii ni jiran turan, garuu Sooriyaawicha Ni'imaaniin malee, saniin keessaa tokkochummaan'llee, hin fayyine.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma bara Elsaa'ii raagichaatitti kolbaan hedduun ta dhukkuba goga'aa farrisiisa'aan dhibanteertu jirti; ammoo, isaan keessaa Na'amaanii namicha biyya Sooriya'aa malee, nami tokkolle hin fayyine» jedhe.