Luke 4:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri mana waaqeffannaa Yihudootaa keessa jiranu mara yennaa kana dhage'ane, akka malee aarane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti ka mana Waaqa keesa jiru dubbi suni d'ageennaani guddo dalane.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii mana waldeennaa keessa jiru cuftii dubbii taan dhageennaan guddoo dallane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni mana sagada Yihuudotaa keessa jiran maruu hennaa kana dhagayan akka malee aaran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni mana sagada Yihuudotaa keessa jiran maruu hennaa kana dhagayan akka malee aaran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka woligayii isaanii worri jiran marri'llee kana yeroo dhagayanitti, haalaan ni dallanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri mana waaqonfannaa Yihudootaa keessa jiranu martinuu yennaa kana dhage'ane, akka malee aarane.