Luke 4:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Seexanni isaan, “Ati Ilma Waaqaa yoo teete, dhakaan kun daabboo akka te'u ajaji” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sheet'ani waan isaani jed'e, Yo atini Ilma Waaqaa taate, d'akha kanaani, Qit'a tahi jed'i.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sheexanii isaan, “Atin Yo dhugumaan Ilma Waaqaa taatee, dhakaa kanaan, ‘Qixxaa ta'i’ jedhi” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daabiloos, «Ati yoo Ilma Rabbii taate, dhagaa kana akka xoroshoo ta'u ajaji» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daabiloos, «Ati Ilma Rabbii yoo taate, dhagaa kana akka xoroshoo ta'u ajaji» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sheexanni'llee Yesusiin, «Ilma Waaqaa yoo taate, mee dhagaa kana buddeena akka ta'u ajajaji!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seexanni isaan, «Ati Ilma Waaqaa yoo teete, dhakaan kun daabboo akka te'u ajaji» jedhe.