Luke 4:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus gara qachaa Qifirnaahoomii, ka Galiilaa keessatti dhaggamuu tokko dhaqee, guyyaa Sanbataa kolbaa barsiise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni dira Kapernaumuti gadi bue, diri suni lafa Galilaya ke jira; guyya Sabato, ato inni worra barsiisuu jiru,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus gara dira Qifirnaahom ka Galiilaa keessaa gad bu'ee; guyyaa Sanbataa biyya barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii qachaa Qifirnaahoomii gara Galiila'aa bu'ee guyyaa Sambataa isaan barsiisa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii qachaa Qifirnaahoomii gara Galiila'aa bu'ee guyyaa Sambata diqqa'aa isaan barsiisa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee, Yesus gara magaalaa arddii Galiila'aa titti argamittuu, gara Qifirnnaahoomii ni dhaqe, achitti'llee ummata guyyaa Sanbbataatiin ni barsiisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus gara qachaa Qifirnaahoomii, ka Galiilaa keessatti dhaggamuu tokko dhaqee, guyyaa Sanbataa kolbaa barsiise.