Luke 4:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan inni baalli'iin barsiiseef, isaan martinuu barsiisiisa isaa baaseffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan inni barsiise suni guddo mamani, wonti akanatiifi dubbini isaa jabeenna qabdi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan dubbiin isaa jabeenna qabduuf waan innii barsiise sun guddoo maman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan baalli'iin barsiisa'aa tureef dubbii barumsa isaa maalalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni baalli'iin barsiisa'aa waan tureef dubbii barumsa isaa maalalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbii aangoo qabuun'llee ni dubbata waan tureef, marrinuu barsiisa isaatiin ni baaseffatan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan inni baalli'iin barsiiseef, isaan martinuu barsiisiisa isaa baaseffatane.