Luke 4:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi Ayyaana hama'aan qabameeru tokko mana waaqeffanaa Yihudoota keessa jiraayyu. Inni qoonqoo guddo'oon,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana Waaqa iti kad'atani suni keesa nama tokoti jira ka jinni hamtu qabu; inni qonqo olfud'ate iye waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama tokkootti ka jinnii hamtuu qabu mana waldeennaa sun keessa jira; innii qoonqoo olfudhatee iyyee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana sagada Yihuudotaatitti namicha jinni'iin dhayame tokkotu ture. Inni laagaa gudda'aan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mana sagada Yihuudotaatitti namicha jinni'iin dhayame tokkotu ture. Inni laagaa gudda'aan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achcitti'llee bakka woligayii isaanii sanitti, namicha hafuurri battiin irra bule tokkotu jira ture, inni'llee qooniqqa ol aana'aan akkana jedha'aa ni iyye,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi Ayyaana hama'aan qabameeru tokko mana waaqonfannaa Yihudoota keessa jiraayyu. Inni qoonqoo guddo'oon,