Luke 4:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Eeyyaa! Yesuusii nama Naaziretii, haajaa maan nu woliin qadda? Nu balleessiisaaf dhuttee? Ani ebeluu keeti hin beeka! Ati Woyyicha Waaqaa ti” jedhee iyye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eya, atini maani nura qabda Yeso Nazareti? Nu balleesu d'ufte? Anini si beekha; atini Qulqullo Waaqaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Eeyyaa, Yesus Naazireet, atin maan nurraa qabda? Nu balleessuu dhuftee? Anin eennu akka atin taate si beeka; atin Qulqulloo Waaqaatii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lakki! Yesuusii nama Naazireetii hajaa maal nu irraa qabda? Nu balleessu'uuf dhuftee? Ati eennuun akka taate si beeka! Ati Woyyicha Rabbiiti» jedhee iyye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Laki! Yesuusii nama Naazireetii hajaa maal nurraa qabda? Nu balleessu'uuf dhuftee? Ati eennuun akka taate si beeka! Ati Woyyicha Rabbii ti» jedhee iyye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa Yesusii Naazireetii! Ati nu'uun woliin dhimma maal qabdda? Nu balleessu'uuf dhufitte moo? Ati eennuun akka taate ani ni beeka, ati Qulqulluu Waaqaati» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Eeyyaa! Yesuusii nama Naaziretii, haajaa maan nu woliin qadda? Nu balleessiisaaf dhuttee? Ani ebeluu keeti hin beeka! Ati Woyyicha Waaqaa ti» jedhee iyye.