Luke 4:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan martinuu baaseffatee, “Dubbiin akkasii tun maan? Ayyaanota hamootalle baalli'ii fi hunnaan xixa; isaanille isaaf hin ajajaman” wol woliin jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti ch'ufti maadefate waan woliini jette, Dubbini tuni maani? Inni humnafi jabeennaani jinni seera, duuba isiini nama keesaa baate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyitii cuftii maadeffattee, “Dubbiin tun maan? Innii humnaa fi jabeennaan jinnii seera, duuba isiin nama keessaa baate” waliin jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni maruu maalalfatanii, «Dubbiin akkanaa kun maali'i? baalli'ii fi hunnaan ayyaanota battii ajaja; isaanillee ajajamanii bayan» jedha'aa woliin qaaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni maruu maalalfatanii, «Dubbiin akkanaa kun maal? baalli'ii fi hunnaan ayyaanota battii ajaja; isaanillee ajajamanii bayan» jedha'aa woliin qaaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Marrinuu maalalffachu'uun ufii isaaniitii, «Kun dubbii attamiitii? Aangoo fi huminnaan hafuurota battii ni ajaja, isaan'llee ajajamanii ni bayan» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan martinuu baaseffatee, «Dubbiin akkasii tun maan? Ayyaanota hamootalle baalli'ii fi hunnaan xixa; isaanille isaaf hin ajajaman» wol woliin jette.