Luke 4:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gurri Yesuusii adaala biyya sanii maratti dhage'ame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurri isaa arda suni ch'ufa keesa fulla ch'ufa gahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gurrii isaa ardaa sun cufa keessa fulaa cufa ga'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gurri isaa gara biyya naannoo san jiru maraa keessatti dhagayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gurri isaa gara biyya naannoo san jirtu maraa keessatti dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maqaan Yesus'llee naannoo biyya sanii maratti ni dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gurri Yesuusii adaala biyya sanii maratti dhage'ame.