Luke 4:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa latti bariite Yesuus achii bayee, gara addee qoommi'ii dhaqe. Kolbaan isa barbaadiisa kaatee, yennaa dhaggite, akka inni isaan lakkisee hin deemne dhooggiisaaf wodhaante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariinaani inni kae lafa moga d'aqe. Biyyiti isa barbaadde, arginaani sila isa d'owarti, aka inni worra biraa indeemne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii bariinaan innii ka'ee lafa moggaa ta namii hinjirre dhaqe. Biyyitii isa barbaaddee arginaan, akka innii warra lakkisee biraa hindeemne kadhattee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkuma lafti bariiteen bayee gara lafa udume'ee deeme. Baniin isa barbaadee gara isaa dhufe. Inni isaan dhiisee gara biraa akka hin deemne dhoogguu barbaadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akkuma lafti bariiteen bayee gara lafa udume'ee deeme. Baniin isa barbaadee gara isaa dhufe. Inni isaan dhiisee gara biraa akka hin deemne dhoogguu barbaadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo bari'etti'llee Yesus achii bayee gara bakka naminni hin jirree gara bakka udume'ee tokko ni deeme, namoonni'llee ni barbaadaniin turan, yeroo argataniintti'llee, «Nurraa hin deemin jedhanii!» ni kadhataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa latti bariite Yesuus achii bayee, gara addee qoommi'ii dhaqe. Kolbaan isa barbaadiisa kaatee, yennaa dhaggite, akka inni isaan lakkisee hin deemne dhooggiisaaf wodhaante.