Luke 4:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre inni manoottaan waaqeffannaa Yihudootaa ka biyya Yihuuda'aa keessatti dhaggamuu keessatti lallabiisa itti fufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni d'aqe maneeni Waaqa iti kad'atani ta Yudea keesati nama barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba dhaqee manneen waldeennaa ta Yihudaa keessatti nama barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni mana sagada Yihuudotaa ka Galiila'aatitti lallaba'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee mana sagada Yihuudotaa ka Galiila'aatitti lallaba'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf bakka wolgayii Yihudotaa mara keessa dedeebi'aa, ni lallaba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni manoota waaqonfannaa Yihudootaa ka biyya Yihuda'aa keessatti dhaggamuu keessatti lallabiisa itti fufe.