Luke 4:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Seexanni gara addee ol aantuu gubbaa isa geessee, yoosuma mootummaa biyya lafaa irra jirtu mara itti mudhise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sheet'ani Yeso gaara d'eera korsiise maro tokotu guddinna lafa tana ch'ufa agarsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan sheexanii gaara dheeraa tokko isa korsiisee marroo tokkoon guddinna lafa tanaa cufa garsiisee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daabiloos gara gaara tokkoo ol isa baasee haga limsuu ijaatitti mootota adunyaa tanaa maraa itti mudhise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daabiloosillee gara gaara tokkoo ol isa baasee haga limsuu ijaatitti mootota adunyaa tanaa maraa itti mudhise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee sheexanni Yesusiin gara bakka ol aanaa tokkoo ol baaseenii, motummoota biyya lafaa mara haga limsataa titti itti ni mulidhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Seexanni gara addee ol aantuu gubbaa isa geessee, yoosuma mootummaa biyya lafaa irra jirtu mara itti mudhise.