Luke 4:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Seexanni Yesuusiin, “Ani kana maraa irratti ulfinnaa fi baallii si'iif hin kenna. Kun maraa waan anaaf kennameeruuf, ani ka jaalladheef kennuu hin dande'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jed'eeni jabeenna lafa tana ch'ufaafi hori isiile ch'ufa sii kenna, wonti akanatiifi yayu harka kiyyati kennani aka anini nama fed'u kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Waan akka anin abbaa fedhuu kennu harka kiyyatti kennaniif, jabeenna lafa tanaa cufaa fi horii isiillee cufa sii kennaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daabiloos, «Ani kana maraa irratti ulfinnaa fi baallii si'iif hin kenna. Kun maruu waan naa kennameeruuf, ani ka jaaladheef kennuu danda'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daabiloosillee, «Ani kana maraa irratti ulfinnaa fi baallii si'iif hin kenna. Kun maruu waan naa kennameeruuf, ani ka jaaladheef kennuu hin danda'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Aangoo kana maraa fi ulfinna'llee si'iif ni kenna, kun marrinuu anaaf ka kenname waan ta'eef, ka barbaadee kennu'uuf ni danda'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seexanni Yesuusiin, «Ani kana maraa irratti ulfinnaa fi baallii si'iif hin kenna. Kun maraa waan naaf kennameeruuf, ani ka jaaladheef kennuu hin dande'a.