Luke 4:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Seexanni gara Yerusaalemii isa geessee, guutuu Galma Waaqaa gubba'atti dhaabbachiisee, “Barreeffam Woyyichi, ‘Waaqi ergantoota ifii akka si eeganuuf hin ajaja. Isaanille miila keeti dhakaan akka hin miine harka ifiitiin ol si hin qaban’ waan jedhuuf, ati Ilma Waaqaa yoo teete, asi gubba'aa ifi gad darbi” isaan jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sheet'ani Yerusalemu isa geese, fiit'e Mana Waaqa ira d'aabe waan jed'eeni, Yo atini d'uguma Ilma Waaqa taate, arma iraa ufi gadi lakisi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Sheexanii Yerusaalem isa geessee, fiixee Mana Waaqaa irra dhabee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma gara Yerusaalemii fideenii fiixxee ginnoo mana woyyu'uu irra ol isa baasee, «Ati yoo Ilma Rabbii taate, asii gad uf darbi» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma gara Yerusaalemii fideenii fiixxee ginnoo mana woyyu'uu irra ol isa baasee, «Ati yoo Ilma Rabbii taate, asii gad uf darbi» jedheen. ‹Rabbi akka si eeganiif maleekkota ufii sii ajaja. Akka lutti tee horoma dhaga'aan hin gufanne harka ufiitiin ol si qaban› jedhamee waan barreeffameeruuf, ati Ilma Rabbii yoo taate, asi irraa gadi uf darbi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saniin duubatti'llee sheexanni Yesusiin gara Yerusaalemii ni fideen, baaxii Mana Waaqeffanna'aa irra akka dhaabatu isa taasisee, akkana'llee ni jedheen, «Ati Ilma Waaqaa yoo taate, mee asi gad utaali bu'i,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Seexanni gara Yerusaalemii isa geessee, guutuu Galma Waaqaa gubba'atti dhaabbachiisee, «Barreeffam Woyyichi, ‹Waaqi ergantoota ifii akka si eeganuuf hin ajaja. Isaanille miila keeti dhakaan akka hin miine harka ifiitiin ol si hin qaban› waan jedhuuf, ati Ilma Waaqaa yoo teete, asi gubba'aa ifi gad darbi» isaan jedhe.