Luke 5:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gaafa tokko Yesuus qarqara abbaayaa Genesaarexii dhaabbateeruun, kolbaan dubbii Waaqaa dhage'iisaaf gara isaa wol dadarbite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni, ato Yesoni d'awatu galaana Genesareti eju, gumiini dubbi Waaqa d'agayu feetu isa d'id'iibde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa tokkoo, adoo Yesus dhaattuu galaana Genesaarexii ejjuu, gumiin dubbii Waaqaa isa irraa dhaga'uu feetee adoo wal dhidhiibduu isaatti buute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin dubbii Rabbii dhagayu'uuf hennaa wol dhiiba'aa jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniinillee dubbii Rabbii dhagayu'uuf wol dhiibaa uduu jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa tokko Yesus garba ciisaa Geensaareexii bira dhaabatee uduu jiru namoonni baayi'een gara isaa dhiyaatanii, dubbii Waaqaa dhagayu'uuf wol ni hacuucan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko Yesuus qarqara abbaayaa Genesaarexii dhaabbateeruun, kolbaan dubbii Waaqaa dhage'iisaaf gara isaa wol dadarbite.