Luke 5:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo yennaa hedduu addee qoommi'ii dhaqaa daadimate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni guyya gari fulla nami injirre d'aqe Waaqa kad'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo guyyaa garii fulaa namii hinjirre dhaqee Waaqaa kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo inni gara lafa udume'ee siiqee faateffata'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo inni gara lafa udume'ee siiqee faateffata'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu yeroma mara adda isaa gara gammoojji'ii deema'aa, ni kadhata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo yennaa hedduu addee qoommi'ii dhaqaa daadimate.