Luke 5:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo waan kolbaan heddatteef, karaa seensisanu dhabanee, mana gubbaa yaabanee, heellichoo manaa saaqanee, rare'eenuu woliin kolbaa oddu'utti, fuula Yesuusii duratti gad buusane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro gumitiifi fulla seenanini d'abani, jennaani mana gubba korani guutu saaqani wosaasa woliini mana iraa gadi buusani jiddu biyya keesati Yesotiini d'ufani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo marroo guddinna gumiitiif fulaa seenaniin dhabanii jennaan, mana gubbaa koranii guutuu mana saaqanii wasaasaa waliin jidduu biyyaa keessatti Yesus duratti mana irraa gad buusan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa baay'inna bani'iitiif akkam godhanii akka seensisan dhabnaan mana irra bayanii ginnoo manaa saaqanii wodhakka'aan afoo Yesuusiititti wosaasaa woliin gad buusan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa baayi'ina bani'iitiif akkam godhanii akka seensisan dhabnaan mana irra bayanii ginnoo manaa saaqanii wodhakka'aan afoo Yesuusiititti wosaasaa woliin gadi buusan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu baayi'inna ummataa irraa kan ka'een namicha naafayaa gara manaa aseensisuu ni dadhaban, kanaaf gara baaxii manaa irra qabataniinii ni bayan, baaxii manaa'llee bananii jiddu'uun gad buusanii, namicha naafayaa siree isaa woliin Yesusiin durana ni kaayaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo waan kolbaan heddatteef, karaa seensisanu dhabanee, mana gubbaa yaabanee, heellichoo manaa saaqanee, rare'eenuu woliin kolbaa oddu'utti, fuula Yesuusii duratti gad buusane.