Luke 5:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus dhugeeffannaa isaanii yennaa dhagge, namichaan, “Abboo, cubbuu teeti maraaf araarri kennameera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefacha worra arginaani Yesoni waan jed'eeni, Abbo, ch'ubbu tante la si araaramani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeeffachaa warraa arginaan Yesus namicha fayyaa hinta'in kaaniin, “Abboo, cubbuu tantee la sii araaraman” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus amantii isaanii argee, namichaan, «Namana! cubbuun kee sii dhiifameera» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee amantaa isaanii argee, namichaan, «Namana, cubbuun kee sii dhiifameera» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus amantii isaanii yeroo argetti naafttichaan, «Nama nana! Cubbuun kee siif dhabamisiifamee jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus dhugeeffannaa isaanii yennaa dhagge, namichaan, «Abboo, cubbuu teeti maraaf araarri kennameera» jedhe.