Luke 5:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yaada isaanii beekee, “Isin maaf waan akkanaa kana gadhaa keessan keessatti yaadattan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni herega worra arginaani waan jed'eeni, Maalifi akana hereddani garaa keesani keesati?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo herrega warraa arginaan, “Maaliif garaa keessan keessatti akkana herreddan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan akkanaa kana garaa keessan keessatti yaaddan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan akkanaa kana garaa keessan keessatti yaaddanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee yaada isaanii beekee akkana isaaniin ni jedhe, «Onnee keessantti maali'iif kana yaaddan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan akkanaa kana gadhaa keessan keessatti yaadattan?