Luke 5:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan martinuu akka malee baaseffatanee, guddoo sodaatanee, “Adha baasa guddaa dhaggine!” jedhaa Waaqa galateeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti maadefate Waaqa guddise guddo sodaate, waan jed'ani, Arra waan mama la argine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii maadeffatee guddoo sodaatee Waaqaa galata galichee, “Ardha waan mamaa la argine” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu akka malee maalalfatanii guddisanii sodaatanii, «Adha waan maalale'ee argine!» jedha'aa Rabbiin galatoonfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan maruu akka malee maalalfatanii, guddisanii sodaatanii, «Adha waan maalalee argine!» jedha'aa Rabbiin galatoonfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni achi turan marrinuu haalaan maalalffatanii, sodaachu'uun, «Adha waan maalale'ee ni argine» jedha'aa, Waaqa ni galateeffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu akka malee baaseffatanee, guddoo sodaatanee, «Adha baasa guddaa dhaggine!» jedhaa Waaqa galateeffatane.