Luke 5:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani cubbaaleyyii gara cubbuu irraa deebi'iisaa waamiisaaf malee, balchootaaf hin dhunne” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama d'uga yaamu ind'umne, ammo nama daba yaamu d'ufe, aka daba iraa deebiani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka cubbichii cubbuu irraa deebi'u yaamuu dhufe malee, nama qajeelaa yaamuu hindhumne” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ka dhufeef cubbamtoota gara dhiifamsaa waamuuf malee balchoota waamu'uuf hin dhufne» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ka dhufeef cubbamoota gara dhiifamaa waamuuf malee, qajeellota waamu'uuf hin dhufne» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ani ka dhufeef cubbamoota gara dhiifama titti waamu'uuf malee, worra qulqullaayota waamu'uufii miti.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani cubbaaleyyii gara cubbuu irraa deebi'iisaa waamiisaaf malee, balchootaaf hin dhunne» isaaniin jedhe.