Luke 5:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf daadhiin hin bayiin qalqalluu haareyatti naqamu'uu malte!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo farsooni hareetiini gorjo hareeti malte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf daadhiin oowwituun gorjoo haareettii malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daadhiin woyini'ii haarofni ammo qalqala haarawa keessa kaayama; lachuu wal qabatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daadhiin woyini'ii haarawa ammoo qalqala haarawa keessa kaayama; lachuu wal qabatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf daadhii woyinni'ii haarawa qalqala haarawatti kaayuun ni mala,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf daadhiin hin bayiin qalqalluu haareyatti naqamu'uu malte!