Luke 5:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan caccoota buusanee, haga caccooti isaanii tarsa'iisa geettutti qurxummii hedduu qabatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasi tolchinaani qurt'umi heddu qabani, t'ururaani ch'itu gahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkas tolchinaan qurxummii hedduu qabanii, xuruuraalleen cituu ga'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa kana godhan qurxummii heddu qaban. Siiboon isaaniillee hin biinxame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa kana godhan qurxummii heddu qaban. Siiboon isaaniillee hin biinxame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tabbaarrii'llee yeroo darbatanitti haga tabbaarriin tarsa'utti, qurxummii haalaan baayi'e'ee ni qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan caccoota buusanee, haga caccooti isaanii tarsa'iisa geettutti qurxummii hedduu qabatane.