Luke 5:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Simoon Pheexroos waan te'e kana yennaa dhagge, fuula Yesuusii duratti jilbiiffatee, “Goottaa kiyya ani cubbichaa, anatti hin dhikaatin!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Simoni Petroni waan kana arginaani jilba Yesoti jige waan jed'e, Na biraa deemi, Aabbo, anini nama dabaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Simoon Phexros waan ta'e kana arginaan jilba Yesusitti jigee, “Aabboo anin cubbichaa na biraa deem!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Simoon Pheexroos ammo hennaa kana arge jilba Yesuusii jalatti kufee, «Gooftaa'a! ani cubbama'a; natti hin dhiyaatin!» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Simoon Pheexroos ammoo kana hennaa arge jilba Yesuusii jalatti kufee, «Gooftaa'a, ani cubbama'a natti hin dhiyaatin!» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Simoon Phexiros'llee kana yeroo argetti Yesusiin duranatti jilbbiiffatee, «Yaa Gooftaa, ani cubbamaa waan ta'eef gara kiyya hin dhiyaatin!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Simoon Pheexroos waan te'e kana yennaa dhagge, fuula Yesuusii duratti jilbiiffatee, «Goottaa kiyya ani cubbichaa, natti hin dhikaatin!» jedhe.