Luke 5:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Simoonii fi worri isa woliin jiranu maraa qurxummii hedduu waan guurataneef akka malee baaseffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaafi nami ch'ufti ka isa woliini jiruleeni guddo mamani, maro qurt'umi heddu qabaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo qurximii hedduu qabaniif, isaa fi warrii isa waliin jiruulleen cuftii guddoo mame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan qurxummii qabanii isaa fi worri isa woliin ture maruu hin maalalfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan qurxummii qabanii isaaf worri isa woliin ture maruu hin maalalfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee wonitti jedheef, isaa fi waaheloonni isa woliin turan marrinuu baayi'inna qurxummii qabanii irraa kan ka'een, haalaan malalffatanii waan turaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Simoonii fi worri isa woliin jiranu maraa qurxummii hedduu waan guurataneef akka malee baaseffatane.