Luke 6:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa Sanbataa tokko Yesuus fichaa qamadi'ii keessa dabaruun, barattooti isaa mataa qamadi'ii kukkutanee, harkaan sukkuumatanee, nyaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Sabato, ato Yesoni oobru keesa deemu, jari isaa mid'aani harkaani t'ururate sukumate nyaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa Sanbataa tokko, adoo Yesus oobruu keessa ba'ee dabruu jiruu, jarii isaa midhaan harkaan xuruuratee sukkuumatee nyaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa Sambataa Yesuus maasaa midhaanii keessa lufa'aa ture. Darasoonni isaallee asheeta kukkuta'aa harkaan sukkuuma'aa nyaata'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa Sambata diqqa'aa Yesuus maasaa midhaanii keessa lufa'aa ture. Darasoonni isaallee asheeta kukuta'aa harkaan sukkuuma'aa nyaata'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa Sanbbataatiin Yesus oorruu qonnaa keessaan uduma dabrra'aa jiru, barattoonni isaa asheeta qamadii mura'aa, harkatti sukuuma'aa nyaachuu jala ni qaban,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa Sanbataa tokko Yesuus fichaa qamadi'ii keessa dabaruun, barattooti isaa mataa qamadi'ii kukkutanee, harkaan sukkuumatanee, nyaatane.