Luke 6:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akka malee aaranee Yesuus maan akka tolchanu mari'atane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri kaani guddo dalane waan Yeso sila tolchani woldubbatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii kaan ammoo guddoo dallanee waan silaa Yesus tolchan walgaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka malee aaranii Yesuusiin maal haa goonu? jedha'aa woliin mari'atan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee akka malee aaranii Yesuusiin maal haa goonuun? jedha'aa woliin mari'atan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisonni seeraatii fi Farisonni garuu haalaan dallananii, Yesusiin irratti maal raawwachuu akka qaban, ni mari'atan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka malee aaranee Yesuus maan akka tolchanu mari'atane.