Luke 6:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gaafa tokko Yesuus gara gaaraa ol bayee halkan san duudii Waaqa daadimataa bule.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasuma Yesoni gaara toko kore aka Waaqa kad'atu, halkani toko ch'ufa Waaqa kad'acha bule.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafasumaa Yesus gaara tokko koree, halkan tokko cufaa Waaqaa kadhachaa bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Torbaanuma san keessa inni faateffachu'uuf gara gaaraa ol bayee, Halkan guutuu Rabbiin kadhata'aa bule.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee torbaanuma san keessa kadhachu'uuf gara gaaraa ol bayee, Halkan guutuu Rabbiin kadhata'aa bule.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa tokko Yesus kadhachu'uuf gara gaaraa ni baye, achitti'llee halkan guutuu gara Waaqaa kadhata'aa ni bule.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko Yesuus gara gaaraa ol bayee halkan san duudii Waaqa daadimataa bule.