Luke 6:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaanille, Simoon ka inni Pheexroos jedhee moggaase, Indiryaasii obboleessa Pheexroosii, Yaaqoob, Yohaannis, Filiphoos, Bartolomewoos,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Simoni (ka inni Petro jed'eeni), Andarea oboleesa isaa, Yakobofi Yohana, Filipofi Bartholomayo,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maqaan isaanii Simoon (ka innii Phexros jedhee moggaase), Indiriiyas obbooleessa isaa, Yaaqoob, Yoh. aannis, Filiphos, Bartolomewos,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Simoon ka inni Pheexroos jedhee maqaa itti baase, Indiriyaas, obboleessa Pheexroosii Yaaqoob, Yohaannis, Filiphoos, Bartolomewoos,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, Simoon ka inni Pheexroos jedhee maqaa itti baase, Indiriyaas obboleessa Pheexroosii, Yaaqoob, Yohaannis, Filiphoos, Bartalemewoos,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee itti aananii worra argaman ture, Phexiros jedhee ka moggaaseen, Simoonii fi obboleessa isaa Indriyaas, Yaaqoobii fi Yohaannisiin, Filiphosii fi Bartolomewos,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille, Simoon ka inni Pheexroos jedhee moggaase, Indiryaasii obboleessa Pheexroosii, Yaaqoob, Yohaannis, Filiphoos, Bartolomewoos,