Luke 6:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaa ilma Yaaqoobiitii fi Yihudaa nama biyya keriyootii, ka Yesuus dabarsee kenne fa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yuda ilma Yakobotifi Yuda Iskariote ka Yeso gurgure.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudaa ilma Yaaqoobtii fi Yihudaa Keriyot ka Yesus gurgure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudaa ilma Yaaqoobiitii fi Yihuudaa nama biyya Keriyooti ka Yesuusiin dabarsee kenne fa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudaa ilma Yaaqoobiitii fi Yihuudaa nama biyya Asqorotu ka Yesuusiin dabarsee kenne fa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilma Yaaqoobii Yihuda'aa fi Yesusiin dabarssee ka kenne, Yihudaa Asiqoroticha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaa ilma Yaaqoobiitii fi Yihudaa nama biyya keriyootii, ka Yesuus dabarsee kenne fa'a.