Luke 6:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hunni fayyittu isa irraa baayaa isaan mara waan fayyisiisatti jirtuuf, kolbaan marti harka ifiitiin isa tuqiisaaf wodhaante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan jabeenni isa keesaa bahe worra ch'ufa fayyiseefi gumiini ch'ufti isa tuqu feete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammallee waan jabeennii isa keessaa ba'ee warra cufa fayyiseef gumiin cuftii isa tuquu feete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunni isa keessaa baye maraa fayyisa'aa waan tureef baniin sun maruu isa tuqu'uuf fedha'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hunni isa keessaa baye maraa fayyisa'aa waan tureef, baniin sun maruu isa tuqu'uuf fedha'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Huminni fayyisuu isa keessaa baya'aa maraa ni fayyisa waan tureef, namoonni wol gayan marrinuu Yesusiin tuqu'uuf, ni barbaadan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunni fayyittu isa irraa bayaa isaan mara waan fayyisiisatti jirtuuf, kolbaan marti harka ifiitiin isa tuqiisaaf wodhaante.