Luke 6:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gatii guddoo ol-gubba'atti waan qaddanuuf yennaa wonni kun teete gammadaan burraaqa'a. Abbootiin isaaniille raagota akkasuma tolchite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni gammada, qilit'ama olch'ech'ea; wonti akanatiifi waan guddo gubbaa argattani. Ababooti worraleeni akasuma duri raagoota tolchite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa sun gammadaa, qiliixamaa olcecce'aa; wantii akkanatiif waan guddoo gubbaa argatan. Abaabootii warraalleen akkasuma durii raagota tolchite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
samii irratti waan gatiin keessan guddaa ta'eef gammada'aa buburraaqaa'a. Abbootiin keessanillee raattota irratti akkasuma godha'aa waan turaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
samii irratti gatiin keessan guddaa waan ta'eef gammada'aa buburraaqaa'a. Abbootiin keessanillee raattota irratti akkasuma godha'aa waan turaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sami'itti gatiin keessan gudda'aatii kun marrinuu isin irra yoo gaye, isin ka eebbifamittan! Fandalalaa, abbootiin keessan ka duraanii'llee nabiyyoota irratti, hammeenna akkanaa kana isaan irratti raawwatanii jiran turan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gatii guddoo ol-gubba'atti waan qaddanuuf yennaa wonni kun teete gammadaan burraaqa'a. Abbootiin isaaniille raagota akkasuma tolchite.