Luke 6:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa kolbaan marti isin saadde isiniif aanne'e; abbootiin isaaniille raagota dharaa akkasumma tolchite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani hojja nami ch'ufti isani saadu; wonti akanatiifi ababooti worraa akasuma raagoota d'ara saade.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargalii keessan yo namii cuftii isan saadu, maaliif abaabootii warraalleen akkasuma raagota dharaa saadde” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo namoonni waan misha'aan isin himan isin aanne'ee! Abbootiin teessan raattota sobaatiif akkasuma godha'aa waan turaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo namoonni waan misha'aan isin himan isin aanne'ee! Abbootiin teessan raattota dharaatiif akkasuma godha'aa waan turaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Namoonni marrinuu waayee keessan mishaa yoo dubbatan, isinii uunsha'a! Abbootiin keessan'llee nabiyyoota dharaatiif, akkuma kana taasisanii turan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa kolbaan marti isin saadde isiniif aanne'e; abbootiin isaaniille raagota dharaa akkasuma tolchite.