Luke 6:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra isin abaaru eebbisa'a, worra isin yakkulle'eef daadimadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama isani abaarule eebisa, ka isaniti jallatele kad'ad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama isan abaaruullee eebbisaa, ka isanitti jallateellee kadhadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isin abaaru eebbisaa'a; worra isin yakkaniif Rabbiin kadhadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra isin abaaru eebbisaa'a, worra isin yakkaniif Rabbiin kadhadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
worra isin abaaran eebbisaa, worra isin miidhaniif'llee kadhadha'aafii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra isin abaaru eebbisa'a, worra isin yakkulle'eef daadimadha'a!