Luke 6:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Daawwitii fi worri isa woliin jiranu yennaa beelowane, waan inni tolche isin hin dubbinnee?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Waan Daudifi waheli isaa gaafa beelaani tahani isani insoomne?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebiseefii, “Isan waan Daawiti gaafa beela'e jara waahela isaa waliin ta'e hindubbimnee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana jedhee isaanii deebise, «Daawiti hennaa beelaye inni namoota isa woliin jiran woliin, gara mana Rabbii akkuma seeneen gadoota malee ka namoonni biraa nyaatuun isaanii hin malle xoroshoo ciinca'aa fuudhee akka nyaate worra isa woliin jiraniillee akkasuma akka kenneef hin dubbifne?» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akkana jedhee isaanii deebise, «Daawiti hennaa beelaye inni namoota isa woliin jiran woliin, gara mana Rabbii akkuma seeneen gadoota malee ka namoonni biraa nyaatuun isaanii hin malle xoroshoo ciinca'aa fuudhee akka nyaate worra isa woliin jiraniillee akkasuma akka kenneef hin dubbifne?» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jedhu'uun isaaniif ni deebise, «Isaaf namoonni isaan woliin turan'llee yeroo beelayanitti, Waan Daawiiti raawwate isin hin dubbiffine moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Daawitii fi worri isa woliin jiranu yennaa beelowane, waan inni tolche isin hin dubbinnee?